Home » People & Blogs » MALLATTOO RAAJEFFANNOO (!): Barumsa Afaan Oromoo KUTAA 19ffaa

MALLATTOO RAAJEFFANNOO (!): Barumsa Afaan Oromoo KUTAA 19ffaa

Written By WAAMICHA QUBEE 2 on Thursday, Mar 25, 2021 | 11:50 AM

 
Afaan Oromoo afaan dhaloota keenyaafi afaan saba Oromoo ta'uurra darbee afaan Afrikaa keessatti guddaa ta'ee fi afaan namoota miliyoona hedduun dubbatamuudha. Garuu afaan kun karaa barreeffamaa seerluga isaatiin baay'ee duubatti hafe jira. Kanaaf dhaloonni amma jirru kun immoo adaraa abbootii keenyarraa fudhanne itti cichuun afaan kana irratti hojjennee afaan teknolojii gochuu qabna. Garuu akkuma beekamu baay'een keenya Qubee Afaan Oromooyyuu qixa sirriin qubeessuun baay'ee nu rakkisa. Kana furuuf immoo barachuu ykn barsiisuun dirqama. Inni tokkorra fooyyee qabu isa gadii barsiisaa, isa isarra fooyyee qaburraa barachaa afaan keenya guddisuu qabna. Akkasumas Afaan_Oromoo pilaatformiiwwaan garaagaraa (kan akka google, facebook, telegram, youtube, instagram, fi k.k.f) irratti hiikuun afaan keenya afaan teknolojii gochuun hawaasa keenya fayyadamaa taasisuu qabna. Akkasumas namoota kaawwanis qixa seerluga isaa eegne barsiisuu qabna. Kana gochuuf hundi keenya hirmaannaa garaagaraa gochuu qabna. Akkuma dandeetti keenyatti hirmaachuu danda'uu qabna. #WAAMICHI_QUBEEs ga'ee ofii bahuuf barumsa isiniif qabatee dhiyaate jira. Barumsi keenyaas qubee Afaan_Oromoo irraa eegaluun hanga seerluga Afaan_Oromoo guutuutti isin barsiisa. Kanaaf namoonni qubee hin beeknes ta'ee namoonni seerluga barreeffama Afaan Oromoo irratti hir'ina qabdan koottaa baradhaan affeerraa keenya. Barumsa keenya argachuuf karaa youtube, telegram, whatsapp fi fuula facebook geessituuwwan (link) armaan gadii tuquun nutti dabalamuu ni dandeessuu. youtube: https://www.youtube.com/channel/UCSatt8JC6b_SHJ-EY0ZW_ZA Telegram: https://t.me/WAAMICHAQUBEE Whatsapp: https://chat.whatsapp.com/IOJopUkr2iW86xCVOBECLn Facebook: https://www.facebook.com/waamichaqubee/?ref=pages_you_manage Chaanaalii keenya #SUBSCRIBE​​​​​​​​​​​​​​​​​​ gochuun nutti dabalamaa. https://www.youtube.com/channel/UCSatt8JC6b_SHJ-EY0ZW_ZA Yeroo saubscribe gootaan mallattoo yaadachiiftuu kana 🔔🔔🔔 tuquun akkuma viidiyoo upload gooneen argadha. like gochuus hin dagatinaa. #Afaan_Oromoo #maalummaa_afaanii #amaloota_afaanii #siinsaga #xinqooqa #Qubee #qubee_Afaan_Oromoo #qubee_dubbifamaa #qubee_dubbifamaa #Qubee_qeenxee #qubee_dachaa #sagalee #sagaleewwan_dubbii #sagalee_laafaa #sagalee_jabaa #sagalee_dheeraa #sagalee_gabaabaa #sagalee_hudhaa #sagalee_irrabutaa #jechoota_tishoo #dhamjecha #qubee_ergisaa_Afaan_Oromoo #Qubee_Afaan_Oromoo #Afaan_Oromoo #jecha #jecha_ijaaruu #jecha_Afaan_Oromoo #jecha_Afaan_Oromoo_ijaaruu #Birsaga #caasaa_birsagaa #gaalee #ciroo #garee_jechootaa #maqaa #mathima #antima #xumuurtu #gulummoo #ibsa_maqaa #maqibsii #ibsa_xumuuraa #xumibsii #gochima #gochibsii #bamaqaa #duurduubee #firoomsee #walqabsiistuu #sirna_tuqaalee #mallattoo_gaaffii #mallattoo_waraabbii #mallattoo_raajeffannoo #tuqaa #qabxii #mallattoo_qoodduu #sarara_xiqqaa #buufata_xiqqaa #tuq_lamee #qoodduu_jabaa #fuftuu #qubguddeessa #gabaajee #kottoonfachiisuu #hima #hima_ijaaruu #gosoota_himaa #caasaa_himaa #hima_gaaffii #hima_xumuuraa #keeyyata #gosoota_keeyyataa #maalummaa_keeyyataa #caasaa_keeyyataa #ennaa #hennaa #barruuu #gosoota_barruu #Afoola #Afoola_Afaan_Oromoo #xalayaa #xalayaa_barreessuu #gosoota_xalayaa