Home » Education » Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast- 4 June 2016

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast- 4 June 2016

Written By Oromo Voice on Sunday, Jun 05, 2016 | 08:03 AM

 
Kun tamsaasa Raadiyoo Sagalee Oromoo kan Waxabajjii 4 bara 2016 ti. Tamsaasa har'aa keessatti Kaayyoo fi Oduu qabannee dhiyaanne. Kaayyoon qophii mata duree "saba nagaa qabutu, keessaa fi alaan nagaa qabaata," jedhu jalatti qophaa'e qabatee dhiyaate. Dursa garuu Oduutu dhiyaata. ================ Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.